tre.gif
Sell faster
Buy smarter
  1. All ads
  2. Beauty & Personal Care
  3. Body Care
Harari, Hakim, 02/09
21 views

የጥፍር ፈንገስን ማከም Qorrii Qeensa Yaaluu

+1
Other
Type
Brand New
Condition
የጥፍር ፈንገስን ማከም፣ የጥፍርን ተፈጥሮአዊ ቅርፅ መመለስ እና ጤናማ ጥፍር እንዲያድግ መርዳት። Qorrii qeensa yaaluu, bifa qeensaa miidhame suphuu fi guddina qeensa fayyaalessa ta'e jajjabeessuu. አጠቃላይ አጠቃቀም ​ከመቀባትዎ በፊት የተጎዳውን ጥፍር በደንብ ያጽዱ እና ያድርቁ። ​የፈሳሹን ጫፍ በመ ጠመም ፈሳሹ ወደ ብሩሹ እንዲመጣ ያድርጉ፣ ከዚያም በጥፍሩ እና በዙሪያው ባለው ቆዳ ላይ ስስ ንብርብር ይቀቡ። ​ካልሲ ወይም ጫማ ከማድረግዎ በፊት ሙሉ በሙሉ እንዲደርቅ (ከ2-3 ደቂቃ) ይተውት። ​አዲስ እና ጤናማ ጥፍር ሙሉ በሙሉ እስኪያድግ ድረስ አዘውትረው (በተለምዶ በቀን 2-3 ጊዜ) ይተግበሩ። Akkata Itti Fayyadama Isaa ​Dibachuu keessan dura qeensa miidhame sana sirriitti dhiqaa qoorsaa. ​Jala iskribtoo sanaa naannessuun dhangala'aan sun gara maxxantuu saniitti akka yaa'u godhaa, sana booda gubbaa qeensaa fi naannoo qeensaa irratti haphiisee dibaa. ​kophee uffachuu keessan dura (daqiiqaa 2–3) eegaa. ​Hangam qeensotni fayyaan haaraan guutummatti biqilanii bahanitti yeroo mara dibachuu itti fufa.
Show contact
የጥፍር ፈንገስን ማከም Qorrii Qeensa Yaaluu
ETB 2,500
Report Abuse
Safety tips
  • Avoid paying in advance, even for delivery
  • Meet with the seller at a safe public place
  • Inspect the item and ensure it's exactly what you want
  • Make sure that the packed item is the one you've inspected
  • Only pay if you're satisfied
frame_left.gif