የጥፍር ፈንገስን ማከም፣ የጥፍርን ተፈጥሮአዊ ቅርፅ መመለስ እና ጤናማ ጥፍር እንዲያድግ መርዳት።
Qorrii qeensa yaaluu, bifa qeensaa miidhame suphuu fi guddina qeensa fayyaalessa ta'e jajjabeessuu.
አጠቃላይ አጠቃቀም
ከመቀባትዎ በፊት የተጎዳውን ጥፍር በደንብ ያጽዱ እና ያድርቁ።
የፈሳሹን ጫፍ በመ ጠመም ፈሳሹ ወደ ብሩሹ እንዲመጣ ያድርጉ፣ ከዚያም በጥፍሩ እና በዙሪያው ባለው ቆዳ ላይ ስስ ንብርብር ይቀቡ።
ካልሲ ወይም ጫማ ከማድረግዎ በፊት ሙሉ በሙሉ እንዲደርቅ (ከ2-3 ደቂቃ) ይተውት።
አዲስ እና ጤናማ ጥፍር ሙሉ በሙሉ እስኪያድግ ድረስ አዘውትረው (በተለምዶ በቀን 2-3 ጊዜ) ይተግበሩ።
Akkata Itti Fayyadama Isaa
Dibachuu keessan dura qeensa miidhame sana sirriitti dhiqaa qoorsaa.
Jala iskribtoo sanaa naannessuun dhangala'aan sun gara maxxantuu saniitti akka yaa'u godhaa, sana booda gubbaa qeensaa fi naannoo qeensaa irratti haphiisee dibaa.
kophee uffachuu keessan dura (daqiiqaa 2–3) eegaa.
Hangam qeensotni fayyaan haaraan guutummatti biqilanii bahanitti yeroo mara dibachuu itti fufa.