tre.gif
በፍጥነት ይሽጡ
በብልጥ ይግዙ
  1. ሁሉም ማስታወቂያዎች
  2. መዝናኛዎች እና እንቅስቃሴዎች
  3. መጽሃፍትና የጠረጴዛ ጨዋታዎች
አዲስ አበባ, አቃቪ ካሊቲ, 10 ሰዓቶች በፊት
3 እይታዎች

Deebitee Dhalachu Kee

+1
አዲስ
ሁኔታ
መጽሐፍት
አይነት
ሌላ
አይነት
ያለማህደር
ዕድሜ ደረጃ
70
የገፆች ብዛት
2022
የህትመት አመት
ኢ-መጽሐፍ
ቅርጸት
መላኪያ
በሀገር ውስጥ
1-2 ቀን
ነፃ
DEEBITEE DHALACHU KEE asosamaa jaalalaa fi qabsoo jireenyaa kan seenaa dhaloota Oromoo har’aa irraa madda. Kitaabni kun jaalala nama lamaa qofa osoo hin taane, jaalala saba, eenyummaa, afaan, fi obsa dhaloota gubbaa fi gadi walitti hidha. Bontuu fi Ibsaan barattoota Yunivarsitii Haroomayaa keessatti wal argan. Jaalalli isaanii barnoota, rakkoo siyaasaa, hidhaa, dararaa, fi imala jireenyaa hamaa keessa darbuun qorame. Jaalalli isaanii jaalala dhuunfaa qofa osoo hin taane, jaalala sabaaf falmu, afaan ofii kabaju, fi eenyummaa hin gurguramne calaqqisiisa. Asosamaan kun: Jaalala qulqulluu fi obsa yeroo dheeraa Qabsoo eenyummaa Oromoo Miira barattoota yunivarsitii Seenaa dhugaa fakkaatu kan yeroo keenya ibsu namoota dubbisan gara yaada gadi fagoo seensisa. DEEBITEE DHALACHU KEE seenaa “deebi’ee dhalachuun” jechuun, eenyummaa ofii argachuu
Deebitee Dhalachu KeeDeebitee Dhalachu Kee
ETB 250
የተሰኘ ዋጋ
በደል ሪፖርት
የደህንነት ምክሮች
  • እንኳንም ለመላኪያ በቅድሚያ መክፈልን ይቀልዱ
  • ከሻጭ ጋር በደህንነቱ የተጠበቀ የህዝብ ቦታ ውስጥ ይገናኙ
  • እቃውን ይመልከቱ እና በትክክል የሚፈልጉት መሆኑን ያረጋግጡ
  • ተሸክመው የተላኩት እቃ የተመረምረው መሆኑን ያረጋግጡ
  • እርካታ ካልሰማምን ብቻ ይክፈሉ
frame_left.gif